Anda di halaman 1dari 2

Jarmaya murtii jijjirama wal loluu.

2009 Galme Barsiisuu 2009 Galme Barsiisuu Enyuu akka argamu qabu? Namni kamiyyuu kan akkataa namatti wallii galchan tauu barbaaduu, Bekkumsa issatti fayyadamuu yokkiin yoo duraan baratee jiraata tae akkataa nama ittin wallii galchan akkasumas kilaasii kana fudhachun yokkin barachuun wanta heddu argachuu dandaa. Namootni barumsa kana argachuu dandaa irratti nirmachuun namootaa akka dura buaa, Namoota gaggarii ummataaf dhabbatuu, Abba seera, baratoota, Imaama masjida, dura buaa kommunittii fi tajajiltoota, namoota mottummaaf dallagani fi kan olla dura bua. kuttan kana kessatti namoota hedduu wanta barbachissu hin jiruu akkasummas namoota garii wanti barbachissuu hin jiru. Informashina hedduu yoo kan barbaddan tae gamachuun hin dandessan bilbila kana irra (320)-308-4962 yokkiin e-mail kanan instituteADR@stcloudstate.edu Xalaya Ragaa Xalayya ragaa kan seera 114 fi MN CLE qabxiin dura qabduu fi qabxiin kan biiraa siif lakkawama barumsa kannatti ansuu dhan. Seera MN 14 durratti qabxiile barsiisaanii fi CLE qabxii issaniif keenama. Yaddanoo Xalayan mirkannessun, mapping fi workshapping itti qophaan akkasumas meshonni hundumtuu issannii ergama namoota hundaa kan irratti hirmayuun yoo galmawuu barbaddan yokkiin informashina heddu barbaddan bilbilaa kan nuu yaamu nii dandessan (320)-308-4962 Akkata jabaa ittin qophawwan Mirkannessudhaaf namootni irratti hirmachuu barbaddan huduu workshoppii kana irratti nuu beeksiisuu ni dandessan wanta cufaa kan akka nyaata guyya fi wantoota qaama kessanii issan barbachiisuun Informashinna heddudhaaf nuu laaluu ni dandessa websitti kanna irratti gammachudhan www.stcloudstate.edu/continuingstudies/instituteADR Saatti 30 hundee mangudumma mirkanessu Ogumma Barsiisuu Walgayyii tokkoffa: April 20-23, 2009 Walgayyii lammaffa: October 26-29, 2009 Barbachiissa: Tokkollen Akaaka

Saatti 30 qajelfamni barbachiisuu hojjatame jira, akkataa barbachiisa Seera MN 114 fi yaada hundee waldhabaa of kessatti qabachuun akkasumas murtii wajjiin, akkataa mangudumma, bakkatti waltahuu, Seera MN fi seera mangudumma kabajuun fi amala gaarii dha. Namootni barsiissan, nmootni assiin dura akkataa namni itti wal lollan beekan, issan suun kan ittin fayyadaman qaama issanitti bira dhabbatanii namoota waldhabban, bekumsa issanittin irraa dedebiuu fi kan kana faffakattan. Sii gargaruudhaaf barumsa kan kee akkaumas attillen egachuu ni dandesa. Murtii barumsa waldhabuu, barachuu fi irra dedebiannii ogguma mangudumma argachuu, akkaumas baradhuu akkata ittin fayyadamtu barumsa kankee yokkiin ogumman gargaruudhan namoota waldhabban kan akka hojjatoota, olla kankee fi kan kana faffakattan. Baradhuu akkataa mangudumma fi namoota walitti araarsuun. Yaada yokkiin debbi argadhu namoota tokko tokko irra kan assiin dura muxanno namoota walitti araarsan qabanii fi akka tatuu tahii argachuu yaalii yokkiin haa xiiqatuu seera MN 114 baradhutti galmayi. Yero: kibxata kamiisa 8:00 A.M hanga 4:30 P.M Malaqa: $ 649.00 kan yeroo durratti galmoftan hang May 1, 2009 hin genyetti; $ 695.00 gatii dhugaa ittin galmayyan.

Anda mungkin juga menyukai